Kitaabni kun boqonnaalee adda addaa irratti hundaa’uun barumsa bal’aa kenna. Qabiyyee isaa keessaa tokko tokko:
Kitaabni Gadaa Kutaa 4ffaa barattoonni akka dandeettii sammuu qofa osoo hin taane, dandeettii hawaasummaa (Social Skills) akka guddifatan godha. Barattoonni: Waliin jireenya baratu. Heeraa fi seera kabajuu jalqabu. Kitaaba Gadaa Kutaa 4ffaa
Gadaan maal akka ta’ee fi uummata Oromootiif hiika inni qabu barattootaaf karaa salphaan ibsa. Kitaaba Gadaa Kutaa 4ffaa